1 Thessalonians 1:10 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasumaa isaan Ilma isaa Yesuus, ka ol-gubbaa irraa dhufu, ka inni du'a keessaa kaase, ka mufii Waaqaa ta dhuttu jalaa nu baasu akka eegattanu hin himan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilma isaa ka gubba gadi d'ufu eegattani, Ilma isaa Yeso, ka inni duisa keesaa kaase, dalansu Waaqa ta hegeri d'uftu duraa nu baasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilma isaa ka gubbaa gadi dhufu, ka innii du'a keessaa kaase, ka dallansuu Waaqaa ta hegerii dhuftu duraa nu baasu Yesus eegattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma ufii ka du'a keessaa kaase, Yesuusii lola dhufu jalaa nu hambisu, samii irraa akka eeddan waaqolee tolfamaa irraa gara Rabbiititti attamitti akka deebitan isaanuu hin ragan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Waaqinni du'aa ka isa kaasseen, dheekkamissa dhufuu jalaa ka nu baasu, dhufaatii ilma isaa Yesusii ka sami'ii dhufuu attamitti akka eeggattan'llee ragaa ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma isaan Ilma isaa Yesuus, ka ol-gubbaa irraa dhufu, ka inni du'a keessaa kaase, ka mufii Waaqaa ta dhuttu jalaa nu baasu akka eegattanu hin himan.