1 Thessalonians 1:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbiin Gootta'aa ta isin biraa kaate, Maqedooniya'aa fi Akaayya'atti dhage'amuu callaa adoo hin te'in, dhugeeffannaan isin Waaqatti qaddanu addee mara dhaqqaddeerti. Tanaaf marroo waan kanaa womaa dubbatiisa nu hin barbaachisu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi dubbini Aabbo isani ira baate, Makedoniafi Akaya ch'alla ingeenne ammo oduuni d'ugefacha isani Waaqa d'ugefattani ya fulla ch'ufa geete. Wonti nu jechu malle injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wanti akkanatiif dubbiini Aabboo isan irra baatee, Maqedoni'a fi Akaayyaa callaa hingeenne, ammoo oduun dhugeeffachaa isan Waaqaa dhugefattan ya fulaa cufa geette. Wanti nu jechuu malle hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Rabbii isin biraa bayee Maqedooniya'aa fi Akaayiyyaa calla'atti waan hin dhagayamneef, haga womaa dubbachuu hin barbaachifnetti, amantiin isin Rabbiin irratti qabdan hulee marattuu odeeffameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin Rabbii isin biraa bayee Maqedooniya'aa fi Akaayiyaa calla'aati waan hin dhagayamneef, haata'uu ammoo haga womaa dubbachuu hin barbaachifnetti, amantaan isin Rabbiin irratti qabdan hulee marattuu odeeffameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbiin Goofta'aa isin keessaa bayee ka dhagayame Maqedooniya'aa fi Akaayiyaa qofatti uduu hin ta'in, amantiin Waaqaan irratti qabddan bakka marattuu beekkamee jira ture, waayee kanaan nu'u waayee kanaan, womaayyuu dubbachuu nu'u hin barbaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin Gootta'aa ta isin biraa kaate, Maqedooniya'aa fi Akaayya'atti dhage'amuu callaa adoo hin te'in, dhugeeffannaan isin Waaqatti qaddanu addee mara dhaqqaddeerti. Tanaaf marroo waan kanaa womaa dubbatiisa nu hin barbaachisu.