1 Thessalonians 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worra dhugeeffattane oddu'utti adabi keenna qulluu, balcha'aa fi ka komii hin qanne akka te'e isin dhugaa baatota; Waaqille nuuf dhugaa baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nu d'uga, Waaqileeni nu d'uga: adabi keenna isani worra d'ugefateti qulqullo qajeela, wollaalale inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa isanii warra dhugeeffatee waliin jirru akka adabii keenna qulqulloo, qajeelaa, ka faaci hinqabne tahe isan nuu dhugaa, Waaqilleen nuu dhugaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra amantan jiddu'utti woyyummaa attamiitii fi qajeellummaa mudaa hin qabneen akka deemne, isinii fi Rabbillee raga'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin worra amantan jiddu'utti woyyummaa attamiitiif qajeellummaa mudaa hin qabneen akka deemne, isiniif Rabbillee raga'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin amanttoota jidduu yeroo turretti qulqullummaa attamiitii qulqullaawoma fi jireenna ashaa hin qabnneen'llee akka jiraanne isin ragoota, Waaqinni'llee raga'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worra dhugeeffattane oddu'utti adabi keenna qulluu, balcha'aa fi ka komii hin qanne akka te'e isin dhugaa baatota; Waaqille nuuf dhugaa baya.