1 Thessalonians 2:12 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Le'ii Waaqa gara mootummaa ifiitii fi ulfinna ifiititti isin waame gammachiittu akka leetanu isin gorsaa, jajjabeessaa, magannee isiniin jenneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani jabeesine, isani qarqaare, jireenna Waaqa isani yaame finnafi jabeenna isaa isanii qoodu gammachiisu, keesa taa jenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jireenna Waaqaatti isan yaamee, finnaa fi ulfinna isaa isanii qoodu gammachiisu, keessa ta'a jennee isan jabeessinee, isan qarqaarre.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo maraa isin gorssa'aatii fi isin jajabeessa'aa mootummaa isaatii fi ulfinna isaa'llee akka qoodamttaniif ka waamamittan, akkaataa waan Waaqinni ittiin gammaduutii akka jiraattaniif yaboo akka isiniin jenne ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Le'ii Waaqa gara mootummaa ifiitii fi ulfinna ifiititti isin waame gammachiittu akka leetanu isin gorsaa, jajjabeessaa, magannee isiniin jenneerra.