1 Thessalonians 2:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra Yihudoota hin te'iniif, jecha isaan fayyisuuyyuu akka hin dubbanne nu dhooggan. Akkasiin yennaa maraa cubbuu ifi irratti fakkanfataa deeman. Amma gara muumme'eetitti mufiin Waaqaa isaan irratti dhutteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dubbi baafama namaa kennitu aka gosa d'ibiti hasoomnu nu d'owu fed'e. Dabi worri guyya ch'ufa tolchu la ammatana muumme bahe. Amma eege dalansuuni Waaqa ya worra d'aqabde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dubbii baafama namaa kennitu akka gosa dhibiitti haasomnu nu dhowwuu fedhe. Dabii warrii guyyaa cufa tolchu ammaa tana ya muummee bahe. Amma eegee dallansuun Waaqaa ya warra dhaqabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa cubbuu hojjatu'uun worri Yihuudiin hin taane akka fayyan akka isaanitti hin himne nu dhooggan. Haa ta'uu ammo dheekkamsi Rabbii hagaa ol isaan irra gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa maraa cubbuu hojjatu'uun worri Yihuudiin hin taane akka fayyan akka isaanitti hin himne nu dhooggan. Haata'uu ammoo dheekkamsi Rabbii hagaa ol isaan irra gayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne dubbii ittiin fayyan akka hin dubbanneefuu nu dhooggan, bifa kanaan cubbuu cubbuu irraan dabala'aa ni deeman, kanaaf muumme'etti dheekkamssi Waaqaa isaanitti dhufee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Yihudoota hin te'iniif, jecha isaan fayyisuuyyuu akka hin dubbanne nu dhooggan. Akkasiin yennaa maraa cubbuu ifi irratti fakkanfataa deeman. Amma gara muumme'eetitti mufiin Waaqaa isaan irratti dhutteerti.