1 Thessalonians 2:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addiin teenna, gammadi keenna, kallachi ulfinnaa ka nuuti Yennaa Goottaan keenna Yesuus dhufu dura dhaabbannee, ittiin ifi janyu isin malee eennu ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule abdi teennaafi gammada keennafi wonti nu fuula Aabbo Yeso durati, yo inni deebiu, ufi guddimnuufi isanumaaniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatullee abdiin teenna, gammada keennaa fi wantii nu fuula Aabboo Yesus durratti yo innii deebi'u uf guddimnuuf isanumaaniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdiin keenna, gammachuun keennaa fi Kallachi ulfinna keennaa eennu? gaafa Gooftaan keenna Yesuus dhufu, isa afoo dhaabannee worri ittiin boonnu isin malee eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abdiin keenna, gammachuun keennaa fi Kallachi ulfinna keennaa eennu? gaafa Gooftaan keenna Yesuus dhufu, isa afoo dhaabanne worri ittiin boonnu isin malee eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa abddiin keenna yookiin gammachuun keenna yookiin Gooftaan keenna Yesus Kristos yeroo dhufu isa duranatti ka ittiin dhaadannu, gonfaan keenna ka injifanno'oo isinii mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addiin teenna, gammadi keenna, kallachi ulfinnaa ka nuuti Yennaa Goottaan keenna Yesuus dhufu dura dhaabbannee, ittiin ifi jajnu isin malee eennu ree?