1 Thessalonians 2:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi nu addatee, Oduu Gammadaa maganne'een waan nutti kenneef hin dubbanna. Nuuti nama gammachiisiisaaf adoo hin te'in, Waaqa gadhaa keenna qoree ilaalu, gammachiisiisaaf tana goona.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu hojja ch'ufa aka Waaqi fed'u hasoomna, maro inni nu jaalate Odu Dansa nuu kenneefi. Nu nama gammachiisu imfeenu, ammo Waaqa ka herega garaa keenna ilaalu gammachiisu feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo nu yo cufa akka Waaqii fedhu hasoomna, marroo innii nu dhugeeffatee oduu dansaa nuu kenneef. Nu nama gammachiisu hinfeenu, ammoo Waaqaa herrega garaa keennaa laalu gammachiisuu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka Rabbi qoree nu laalee amanamtoota ta'uu keenna argee, Dubbii Nagayaa yaboo nutti kennetti dubbanna. Kanallee yoo goonu, Rabbii keessa keenna qoru san gammachiisu'uuf malee nama gammachiisu'uufii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, akka Rabbi qoree nu laalee amanamtoota ta'uu keenna argee, Oduu Nagayaa yaboo nutti keennetti dubbanna. Kanallee yoo goonu, Rabbii keessa keenna qoru san gammachiisu'uuf malee, nama gammachiisu'uufii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irra Waaqinni wongeelicha yabo'oon nuuf ka kenne nu'utti amanee waan ta'eef ni dubbanna, kana'llee ka raawwanu Waaqa onnee teenna qoratu gammachiisu'uuf jenneetii malee, nama gammachiisu'uuf jenneetii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi nu addatee, Oduu Gammadaa maganne'een waan nutti kenneef hin dubbanna. Nuuti nama gammachiisiisaaf adoo hin te'in, Waaqa gadhaa keenna qoree ilaalu, gammachiisiisaaf tana goona.