1 Thessalonians 2:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbii sossobaatiin, yookiin joljolummaa teenna gollannee gara keessan akka hin dhufin midhaassitanee hin beettan! Waan kana Waaqille hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani imbeetani, aka nu hasaa namaani sosomnuuni ind'ufiini, yokhaani sabdooma keenna hasaani ind'ossine Waaqaati d'uga teenna!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan inbeettan, akka nu hasaa namaan sossobnuuni hindhumne, yokaani sabdooma keenna haasaan hindhossin Waaqii dhugaa keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma isin beettan, akkuma Rabbillee nuu ragu dubbii sossobu'uutiin hin dubbanne. Kajeellaa dhoffachu'uuf jennee hin fakkeessine, hin hojjannelle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma isin beettan, akkuma Rabbillee nuu ragu dubbii sossobu'uutiin hin dubbanne. Kajeellaa dhoffachu'uuf jennee hin fakkeessine, hin hojjannelle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroma tokko'llee jechaan shelu'uun yookiin fedhii qarshi'ii qabaannee gonkumaa akka hin dubbatin, isin mataan keessanuu ni beekittan. Waaqinni'llee ragaa keenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbii sossobaatiin, yookiin joljolummaa teenna gollannee gara keessan akka hin dhufin miidhassitanee hin beettan! Waan kana Waaqille hin beeka.