1 Thessalonians 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti isin irraa yookiin worra dhibii irraa, nama tokko irralle'ee galata hin barbaanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu nama nu faarsu, isanifi nama d'ibile imbarbaanne,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu nama nu faarsu, isanii fi nama dhibiille hinbarbaanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergamaa Kiristoosii taanee isinitti ulffaachuu uduu dandeennu, isin irraa ta'ee'e yookaan kaawwan irraa, yookaan nama irraa ulfinna hin barbaanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ergamaa Kiristoosii taanee isinitti ulffaachuu uduu dandeennu, isin irraa ta'ee yookiin kaawwaan irraa yookaan nama irraa, ulfinna hin barbaanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin irraa'llee ta'ee kaanniin nama kamiin irraayyuu nu ulfinna hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti isin irraa yookiin worra dhibii irraa, nama tokko irralle'ee galata hin barbaanne.