1 Thessalonians 2:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti akka ergantoota Kiristoosiititti waan barbaachisaa te'e isin gaafatuu hin dandeennaayyu. Ammoo akka haadha daa'ima ifii hoosittee guddittuu, qajeelumma'aan odduu teessan leene.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato aka ergattu Kristo nu waan feenu sila dandeenne isani ira barbaannele. Ammo nu gaafa isani woliini jirru guddo isani qorqoranne, akuma haati ijoolle ufi qorqorattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo akka ergattuu Kiristoo nu silaa waan feenu isan irraa barbaaduu dandeennellee, ammoo nu gaafa isan waliin jirru akkuma haati ijoollee ufi qorqorattu guddoo isan qorqoranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akkuma guddiftuun ijoollee ufii kunuunsitu, isin jiddu'utti garalaafeyyii taane.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo akkuma guddiftuun ijoollee ufii kunuunsitu, isin jiddu'utti gara-laafeyyii taane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergamittoota Kristosii akka ta'uu keennaa titti barbaachisaa waan ta'e isin irraa gaafachu'uuf ni dandeenna ture, garuu akkuma haadha ijoollee isi'iitiif ufi eeggannaa taasfttuu titti, gara laafnnaan jidduu keessantti ni dedeebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti akka ergantoota Kiristoosiititti waan barbaachisaa te'e isin gaafatuu hin dandeennaayyu. Ammoo akka haadha daa'ima ifii hoosittee guddittuu, qajeelumma'aan odduu teessan leene.