1 Thessalonians 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya, attam akka hunyee fi akka dadhanne hin qaabattan. Nuuti isin keessaa nama tokkolle'etti ba'aa akka hin teene, halkanii fi guyyaa hujataa, Oduu Gammadaa isiniif lallanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nu gaargalaani hojanne isani inqaabattaniiyu? Nu halkani guyya hojanne aka, ato Odu Dansa ta Waaqa hasoomnu, isani ingaargalchine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboolleyyan akka nu adoo oduu dansaa Waaqaa isanitti haasomnuu akka isan hingaargaalchine halkani fi guyyaa gaargalaan hojjaanne isan inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Dadhabbii keennaa fi xaarii keenna waan qaabattaniif, isin keessaa nama tokkottillee akka hin ulfaanne, halkanii guyyaa hojjata'aa, Dubbii Nagayaa ka Rabbii isinitti lallabne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Dadhabbii keennaa fi xaarii keenna waan qaabattaniif, isin keessaa nama tokkottillee akka hin ulfaanne, halkanii guyyaa hojjata'aa, Oduu Nagayaa ka Rabbii isinitti lallabne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Attamitti akka hojjannee fi akka dadhabinne ni beekittan, wongeela Waaqaa yeroo isiniif lallabnnutti, tokkoo tokkoo keessan irrattuu ba'aa akka hin taaneef, halkanii fi guyyaa hojjachu'uun ni dadhabinna turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya, attam akka hunyee fi akka dadhanne hin qaabattan. Nuuti isin keessaa nama tokkolle'etti ba'aa akka hin teene, halkanii fi guyyaa hujataa, Oduu Gammadaa isiniif lallanne.