1 Thessalonians 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre kana caalaa ossuu dadhannaan, qofii teenna ollaa Ateena'aatitti hafiisaaf murteeffanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Obsu dad'amnaani nu aka Athene keesa koba teennu buufanne,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obsuu dadhamnaan nu akka Ateenaa keessa kophaa teennu buufanne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu obsuu dadhabnaan, ganda Ateena'aatitti hojjuma keenna hafu'uuf murteeffanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu obsuu dadhabnaan, ganda Ateena'aatitti hojjuma keenna hafu'uuf murteeffanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ammaa achitti obissuu dadhabuu keennaan, Ateena'aatti adda keenna hafuun keenna mishaa ta'ee nutti ni muldhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kana caalaa ossuu dadhannaan, qofii teenna ollaa Ateena'aatitti hafiisaaf murteeffanne.