1 Thessalonians 3:10 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ila teennaan isin dhaggiisaa fi waan dhugeeffannaa teessan irraa dhidhatte guutiisaaf halkanii fi guyyaa jabeessinee daadimanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu halkani guyya garaa keenna ch'ufaani kad'anna, aka nu woli agarre waan d'ugefachaani teesani feetu isanii kenninu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka wal agarree waan dhugeeffachaa teessan guutaa isanii kenninuu, halkanii guyyaa garaa keenna cufaan kadhanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Halkanii fi guyyaa akka jabaa ka kadhannuuf ija fooniitiin akka isin arginuu fi amantii keessaniin'llee waan dhidhate guutu'uuf, akka dandeennuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ila teennaan isin dhaggiisaa fi waan dhugeeffannaa teessan irraa dhidhatte guutiisaaf halkanii fi guyyaa jabeessinee daadimanna.