1 Thessalonians 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus gara keessan akka dhunnu karaa nu'uuf qajeelchu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abba keennafi Aabbo Yesoni kara nu hariinna, aka nu gara keesani d'umnu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus akka nu gara keessan dhufnu karaa nuu harinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi Waaqeffamaan Abbaan keennaa fi Gooftaan keenna Yesuus Kiristoosillee gara keessan karaa nuu haa qajeelchu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waandhi kaddaamamaan Abbaan keennaa fi Gooftaan keenna Yesuus Kiristoosillee gara keessan karaa nuu haa qajeelchu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma'llee mataan isaatuu Waaqinni keennaa fi Abbaan keenna, Gooftaan keenna Yesus'llee gara keessaan akka dhufinnuuf, karaa keenna nuuf haa qajeelchu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus gara keessan akka dhunnu karaa nu'uuf qajeelchu!