1 Thessalonians 3:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma nuuti isin akka malee jaalannu, jaalaltiin isin wolii fi worra dhibii maraaf qaddanu ittuma dabalantee akka fakkantu Goottaan godhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni jaalala isani woli jaalattani nama d'ibile jallattani isanii guddisiina, akuma nuleeni isani jaalannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon akkuma nulleen isan jaalannu, jaalala isan wal jaalattanii nama dhibiillee jaalattan isanii guddisiinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan keenna Yesuus Kiristoos woyyoota maraa woliin hennaa dhufu, afoo Waaqa Abbaa keennaa, woyyootaa fi worra mudaa hin qabne isin taasisee, onnee keessan akka dhaabu akkuma nullee isinii taane Goofta'aan waan wolii qabnu jaalala maraafuu ta'uun isinii haa guddisu, haa eda'ulle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan keenna Yesuus Kiristoos woyyoota maraa woliin hennaa dhufu, afoo Waaqa Abbaa keennaa, woyyootaa fi worra mudaa hin qabne isin taasisee, onnee keessan akka dhaabu akkuma nullee isinii taane Goofta'aan waan wolii qabnu jaalala maraafuu ta'uun isinii haa guddisu, haa eda'ullee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma nu'u isin yaannutti Gooftaan ufii keessan fi kaanniin maraaf'llee jaalallitti qabddan, akka guddatuu fi akka baayi'atu isiniif haa taasisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nuuti isin akka malee jaalannu, jaalaltiin isin wolii fi worra dhibii maraaf qaddanu ittuma dabalantee akka fakkantu Goottaan godhu.