1 Thessalonians 3:13 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa Goottaan keenna Yesuus woyyoota ifii duudii woliin deebi'ee dhufutti, komii malee woyyumma'aan fuula Waaqa Abbaa keennaa dura akka jiraattanu inni isin jabeessu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani inni garaa isani jabeese, fuula Waaqafi Abba keenna durati qit'ooftani qulqullo taatani, gaafa Aabbo Yesoni jara isa d'ugefatu ch'ufa woliini d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan innii fuula Waaqaa fi Abbaa keennaa duratti gaafa Aabboo Yesus jara isa dhugeeffatu cufa waliin dhufu, garaa isan jabeessee, qixooftanii qulqullo taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan Gooftaan keenna Yesus qulqullaawota mara woliin yeroo itti dhufutti Waaqa keennaa fi Abbaa keenna duratti, onneen teessan ka ashaa hin qabnnee fi Qulqulluu akka ta'uuf isin ni jajabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Goottaan keenna Yesuus woyyoota ifii duudii woliin deebi'ee dhufutti, komii malee woyyumma'aan fuula Waaqa Abbaa keennaa dura akka jiraattanu inni isin jabeessu.