1 Thessalonians 3:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin bira adoo jirruu akka rakkinni nu dhaqqabu dursineetuu hinneerra. Akkuma isin beettanu dhugumaan wonni kun teeteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi, ato isani woliini jirru, aka nu gaargalchani durati isaniti himne; aka isani beetani wonti sunini ya taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif, adoo isan waliin jirruu, akka nu gaargalchan duratti isanitti himne; akkuma isan beettan wantii sunin ya taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isin woliin jirru, rakkinni akka nu irra gayu duraanuu isinitti himneerra. Akkasuma akkuma isin beettan wonti sun dhugamaan ta'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa isin woliin jiru, rakkinni akka nu irra gayu duraanuu isinitti himneerra. Akkasuma akkuma isin beettan wonti sun dhugamaan ta'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa isin woliin yeroo turetti rakkinni akka narra gayu durssinee isinitti ni himnna ture, akkuma beekittantti'llee rakkinni narra gayee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin bira adoo jirruu akka rakkinni nu dhaqqabu dursineetuu hinneerra. Akkuma isin beettanu dhugumaan wonni kun teeteerti.