1 Thessalonians 3:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti fuula Waaqa keennaa duratti, gammada marroo teessaniif nutti dhage'ameef Waaqa galateeffanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana maro teesaniifi galata Waaqa deebisu indandeenna. Nu galata Waaqaa deebimna waan isanii jenne gammada arganeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammaa tana marroo teessaniif galata Waaqaa deebisuu indandeenna. Nu waan isanii jennee fuula Isaa duratti gammada arganneef galataa Waaqaa deebimna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuula keessan argu'uuf, waan amantii keessan keessaa hanqate isinii guutu'uuf halkanii fi guyyaa hagaa olitti Rabbiin kadhata'aa waan keessaniif Waaqa keenna afo'otti gammachuu gammannu maraa sababaa keessaniif Rabbii hagam galata galchuu dandeenna?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fuula keessan argu'uuf, waan amantaa keessan keessaa hanqate isinii guutu'uuf halkanii fi guyyaa hagaa olitti Rabbiin kadhata'aa, waan keessaniif, Waaqa keenna afo'otti gammachuu gammannu maraa sababaa keessaniif Rabbii hagam galata galchuu dandeenaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunnoo, amma waayee keessaniif galata ni dhiyeessinna, waayee keessaniin'llee isa duranatti waayee gammachuu qabnnuutiif Waaqa ni galateeffanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti fuula Waaqa keennaa duratti, gammada marroo teessaniif nutti dhage'ameef Waaqa galateeffanna.