1 Thessalonians 4:11 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma tanaan dura isinitti hinne sirnaan le'iisaaf, haajaa keessan baafatiisaa fi harkuma keessaniin hujatiisa yaada qabaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabaad'a, nagayaani taa, waan biyyaa keesa inseeniina, harka keesaniini hojad'a, akuma nu qara isaniti himne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jabaadhaa! nagayaan taa'aa bultii teessan midhaafadha! akkuma nu qaraa isanitti himne humnuma teessaniin hojjadhaa bulaa!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tasgabbi'iin'llee jiraachu'uuf akka tataafattanii fi waayee dhimma mataa keessanii'llee akka yaaddaniif akkuma asiin durana isin ajajinnetti, harkuma keessaniin akka hojjattaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma tanaan dura isinitti hinne sirnaan le'iisaaf, haajaa keessan baafatiisaa fi harkuma keessaniin hujatiisa yaada qabaadha'a.