1 Thessalonians 4:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Akka namoota addii hin qannee akka hin gaddine, marroo worra du'ee dhugaa jirtu akka beettanu barbaanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani, nu isanii waan d'uga ka worra due dabre barattani feena, aka isani aka worra abdi inqamne ilaalefanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan, nu akka isan akka warra abdii hinqamnee hinlaaleffanne waan dhugaa ka warra du'ee dabree barattan feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo obboleeyyan tiyya! Akka worra abdii hin qabnee akka worra kaawwanii akkasuma akka hin gaddine; waan worra du'anii akka beettan jaalanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo obboleeyyan tiyya! Akka worra abdii hin qabnee, akka worra kaawwanii akkasuma akka hin gaddine, waan worra du'anii akka beettan hin jaalanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Akka namoota abddii hin qabnee titti akka hin gaddine, waayee namoota du'anii dhugaa jiru akka beekittaniif ni jaalanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Akka namoota addii hin qannee akka hin gaddine, marroo worra du'ee dhugaa jirtu akka beettanu barbaanna.