1 Thessalonians 4:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus du'ee, du'a keessaa akka ka'e hin dhugeeffanna; maarre Waaqi, worra Yesuusitti dhugeeffatee du'e, isa woliin deebisee akka fidu hin dhugeeffanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu aka Yesoni due kae d'ugefanna; tanaafi aka Waaqi worra d'ugefate ka duele isa woliini d'ufuuni ind'ugefanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka Yesus du'ee ka'ee dhugeeffanna; tanaaf akka Waaqii warra dhugeeffatee du'ellee isa waliin dhufuun indhugeeffanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akka du'ee fi akka du'aa ka'e yoo amanne, akkasuma worra Yesuusitti amananii du'an, Rabbi gara ufii waan isaan fiduuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akka du'ee fi du'aa akka ka'e yoo amanne, akkasuma Yesuusitti amananii worra du'an, Rabbi gara ufii waan isaan fiduuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akka du'ee fi du'aa'llee akka ka'e ni amanna, kanaaf Yesusitti amananii worri du'an Waaqinni isa woliin isaan ni fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus du'ee, du'a keessaa akka ka'e hin dhugeeffanna; maarre Waaqi, worra Yesuusitti dhugeeffatee du'e, isa woliin deebisee akka fidu hin dhugeeffanna.