1 Thessalonians 4:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka barsiisa Gootta'aatitti waan isinitti hinnu qanna: nuuti worri guyyaa Goottaan deebi'ee dhufu adoo hin dui'in jirru, worra du'eeru hin dursinu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barsiisaani Aabbo ta nu isani barsiimnu tana: nu worri gaafa Aabbooni deebiu jirru, worra qara due kaani dura iyaanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barsiisaan Aabboo ta nu isan barsiisnu tana: nu warrii gaafa Aabboon deebi'u jirru, warra qara du'e kaan duratti hin yaanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti dubbii Goofta'aatiin isiniin jennu kana waan ta'eef nu jiraattota taane, haga Gooftaan deebi'ee dhufuuf nu worri jirru worra du'anillee hin firrifnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti dubbii Goofta'aatiin isiniin jennu kana waan ta'eef, nu jiraattota taane, haga Gooftaan deebi'ee dhufuuf nu worri jirru, worra du'anillee hin firrifnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkaataa bu'ura dubbii Gooftaa irraa fudhanneetiin ka isinitti himnnu kana, haga yeroo Gooftaan itti dhufuu titti jiraattota taanee ka turru, worra du'an hin durssinu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka barsiisa Gootta'aatitti waan isinitti hinnu qanna: nuuti worri guyyaa Goottaan deebi'ee dhufu adoo hin du'in jirru, worra du'eeru hin dursinu.