1 Thessalonians 4:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi akka isin sagaagalummaa irraa fagaattanee woyyontanu fedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Waaqi isani iraa fed'u tana: inni isanii qulqullooftani algalooma lagattani fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii akka isan qulqulloomtanii algalooma lagattan fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
fedhiin Rabbii akka woyyoomtaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fedhiin Rabbii akka woyyoomtaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fedhiin Waaqaa akka isin Qulqulloofttanii fi sagaagala irraa akka fagaattaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akka isin sagaagalummaa irraa fagaattanee woyyoontanu fedha.