1 Thessalonians 4:5 — Compare Translations
4 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka worra Yihudoota hin te'inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa namni maruu nafa ufii woyyumma'aa fi ulfinnaan haa eeggatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ka Waaqa hin beekinnee titti, hawwii sagaagalaa hin qabaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka worra Yihudoota hin te'inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin.