1 Thessalonians 4:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokkolle waan kana irra taree dhugeeffataa dhibii hin yakkin. Akkuma tanaan qara isin ifi eegachiinne, worra waan kana godhu Goottaan hin adaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani nami tokoleeni oboleesa ufiti dabe waan isaa iraa imfud'atiini. Nu waan kana qara isaniti himne, ya isani guddo gorsine, aka Aabbooni worra waan akana kana tolchu balleesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkanaan namii tokkolleen obbolleessa ufiitti dabee waan isaa irraa hinfudhatin. Akka Aabboon warra waan akkanaa kana tolchu balleessu nu qaraa isanitti himnee, guddoo isaan gorsine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkuma duraan isiniin jennee fi akkuma isinii ranne, Gooftaan waan kana maraa waan haluu bayuuf eennullee waan kanaan akka hin yakkine obboleessa ufiillee akka hin sobne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee akkuma duraan isiniin jennee fi akkuma isinii ranne, Gooftaan waan kana maraa waan haluu bayuuf eennullee waan kanaan akka hin yakkine obboleessa ufiillee akka hin sobne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kanaan naminni kami'llee seera hin dabrrin, amanataa bira'aa'llee hin miidhin, asiin durana akkuma isinitti himnnee fi akka ufi isin eeggachiifinnetti wonittoota kanniin worra raawwatan Gooftaan isaan ni adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokkolle waan kana irra taree dhugeeffataa dhibii hin yakkin. Akkuma tanaan qara isin ifi eegachiinne, worra waan kana godhu Goottaan hin adaba.