1 Thessalonians 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi woyyumma'aan akka leenu malee, akka battumma'aan leenuuf nu hin waanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi, Algalooma keesa taa nuuni injenne, ammo Qulqullooma keesa taa jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii, Algalooma keessa taa'aa nuun hinjenne, ammoo “Qulqullooma keessa taa'aa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi battumma'aaf uduu hin taane, woyyumma'aaf nu waameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Battumma'aaf uduu hin taane, woyyumma'aaf nu waameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni ka nu waame qulqullaawomaan akka jiraannuuf malee, battumma'aan akka jiraannuufii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi woyyumma'aan akka leenu malee, akka battumma'aan leenuuf nu hin waanne.