1 Thessalonians 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf, nami barsiisa kana tuffatu, nama adoo hin te'in, Waaqa Ayyaana Woyyicha ifii isiniif kennu tuffata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami barsiisa tana dide ch'ufti nama indinne ammo Waaqa ka Lubbu ufi Qulqullo isanii kennu dida.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii barsiisa kana dide cuftii nama hindinne, Waaqaa Hafuura Qulqulloo ufi isanii kennu dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa namni gorsa kana jibbu, nama jibbuu isaatii miti; Rabbii Ayyaana Woyyuu akka isin keessa jiraatuuf kenne san jibbe malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa namni gorsa kana jibbu, nama jibbuu isaatii miti. Rabbii Ayyaana woyyuu akka isin keessa jiraatuuf kenne san jibbe malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gorssa kana ka mormmu, ka mormman Hafuura isaa Qulqulluu isaaniif kennu Waaqaan malee, namaanii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, nami barsiisa kana tuffatu, nama adoo hin te'in, Waaqa Ayyaana Woyyicha ifii isiniif kennu tuffata.