1 Thessalonians 5:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Marroo baraa fi yennaa wonni kun itti teetuu isiniif barreessuun hin barbaachisu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti hojja woni kunini ch'ufti taatu isanii t'aafuufi injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan hojjaan wantii kunin cuftii taatu yoom akka taate wanni isanii barreessuuf hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Waan baraatii fi waan ji'ootaa womaa isinii barreessuu hin barbaachisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Waan baraatii fi waan ji'ootaa womaa isinii barreessu isin hin barbaachisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Waayee bara wonitti kun itti raawwatamuutii fi waayee yeroo'llee, womaayyuu akka isiniif barreessu hin barbaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Marroo baraa fi yennaa wonni kun itti teetuu isiniif barreessuun hin barbaachisu.