1 Thessalonians 5:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre akkuma amma godhiisatti jirtanu, wol jajjabeessaa wol ijaara'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi woljabeesa, wolqarqaara, akuma amma tolchitani kana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif akkuma amma tolchitan kana wal qarqaaraa, wal jabeessaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf isinillee akkasuma akkuma amma gootan woliin mari'adhaa'a; kuun kaan haa jajjabeessuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf isinillee akkasuma akkuma amma gootan woliin mari'adhaa'a; kuun kaan haa jajjabeessuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf amma bifa raawwatta'aa jirttaniin, tokko ka bira'aa ijaaru'uun haa jajabeesuun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akkuma amma godhiisatti jirtanu, wol jajjabeessaa wol ijaara'a.