1 Thessalonians 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Worra odduu teessanitti jabaatee hujaa, karaa Gootta'aatiin isin sooressuu fi gorsu akka ulfeessitanu isin kadhanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu isani kad'anna, oboleyaani, aka isani worra Aabbooni fohate, ka isani barsiise gorsu, ch'eertanifi fokitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan, nu akka isan warra Aabboon foohate, ka barsiisee isan gorsuu, ceertanii fokkitaniif isan kadhanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Worra isin wodhakka'atti hujii Goofta'aatiin dadhaban, worra isin bulchaanii fi worra isin gorsan waan hujii Goofta'aatii fi hagaa olitti akka isaan kabajjitan isin kadhanna. Isin wolii nagaya qabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Worra isin wodhakka'atti hujii Goofta'aatiin dadhaban, worra isin bulchaanii fi isin gorsan waan hujii Goofta'aatii fi hagaa olitti akka isaan kabajjitan isin kadhanna. Isin wolii nagaya qabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Isin jiddu'uutti huji'iin worra dhadhaban, maqaa Gooftaa Yesusiitiin itti gaafatamoota keessan fi gorrsitoota keessan ka ta'an, akka isaan kabajaniif, isin ni kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Worra odduu teessanitti jabaatee hujaa, karaa Gootta'aatiin isin sooressuu fi gorsu akka ulfeessitanu isin kadhanna.