1 Thessalonians 5:13 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa hujii isaan hujanuutiif jaallaan guddisa'aa isaan ulfeessa'a. Isinille woliif nageya qabaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ulfeesa, jaalad'a, maro huji worri hojatuufi. Nagayaani woliini taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo hujii warrii hojjatuutiif ulfeessaa, jaaladhaa. Isanilleen nagayaan waliin taa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee hujii isaaniitiin'llee isaaniif ulfinnaa ol aana'aa fi jaalala qabaadhaa, isin'llee ufii keessan nagayaan woliin jiraadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa hujii isaan hujanuutiif jaalalaan guddisa'aa isaan ulfeessa'a. Isinille woliif nageya qabaadha'a.