1 Thessalonians 5:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Worra hujii jibbu akka xixxanu, worra yaraa akka jajjabeessitanu, worra dadhabaa akka qarqaartanu, nama maraaf akka ossattanu isin gorsina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu isani kad'anna, oboleyaani, worra woma inhojanne gorsa, nama ch'eeru jabeesa, lalaafa qarqaara, nama ch'ufa obsa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan, warra homaa hinhojjanne gorsaa, nama ceeru jabeessa, lallaafaa qarqaara, nama cufaa obsaa jennee isan kadhanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isin gorsinaa, worra seera malee deeman gorsaa'a, worra hin uggine jajjabeessaa'a, dadhabdootallee gargaaraa'a, namoota maraayyuu obsaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Isin gorsinaa, worra seera malee deeman gorsaa'a, worra hin uggine jajjabeessaa'a, dadhabdootallee gargaaraa'a, namoota maraayyuu obsaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! «Worra hujii jibbantti baanadhaa, sodaattota jajabeessaa, dadhabiddoota gargaaraa, nama maraaf obissaa» jennee, isin ni gorssina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Worra hujii jibbu akka xixxanu, worra yaraa akka jajjabeessitanu, worra dadhabaa akka qarqaartanu, nama maraaf akka ossattanu isin gorsina.