1 Thessalonians 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa duudii wolii keessanii fi namoota duudi'iif dansaa godhiisaaf yaadadha'a malee, nami tokkolle waan hantu'uuf hantuu akka hin deebinne ilaalladha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qorqorad'a, aka nami tokoleeni haalo woli imfuune, hojja ch'ufa waan dansa wolifi nama d'ibile tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii tokkolleen haaloo wal hinfuune, qorqoradha, yo cufa waan dansaa walii fi nama dhibiillee tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee eennuun irratti waan hamaa akka hin deebifne uf eegaa'a. Haa ta'uu ammo hennaa maraa martii keessanuu waan mishaa wolii godhu'uuf jabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee eennuun irratti waan hamaa akka hin deebifne uf eegaa'a. Haata'uu ammo hennaa maraa martii keessanuu waan mishaa wolii godhu'uuf jabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kamiiyyuu bakka hama'a'aatiif hamaa akka hin deebifnne ufi eeggadhaa, kana irra isin yeroo maraa ufii keessaniif ta'ee akkuma kanaan'llee namoota kaanniin maraafuu, waan mishaa raawwachu'uuf dammaqaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa duudii wolii keessanii fi namoota duudi'iif dansaa godhiisaaf yaadadha'a malee, nami tokkolle waan hantu'uuf hantuu akka hin deebinne ilaalladha'a.