1 Thessalonians 5:18 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
waan maraa keessatti Waaqa galateeffadha'a. Jiruu isin Yesuus Kiristoosiin qaddanu keessatti wonni Waaqi isin irraa barbaadu kana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ch'ufa keesati galata deebisa. Wonti Waaqi isani ira fed'u tana, jireenna keesani ka Kristo keesa jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufa keessatti Waaqaa galata galchaa, jireenna keessan ka Kiristoo keessatti wantii Waaqii isan irraa fedhu tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi karaa Kiristoos Yesuusiitiin isin irraa barbaadu kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraanuu Waaqa galatteeffadhaa, jireenna Yesus Kristosiin qabddaniin Waaqinni isin irraa ka barbaadu kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan maraa keessatti Waaqa galateeffadha'a. Jiruu isin Yesuus Kiristoosiin qaddanu keessatti wonni Waaqi isin irraa barbaadu kana.