1 Thessalonians 5:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
jecha raagaa hin tuffatina'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dubbi hafuura Waaqa qabdu intufatiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii hafuura Waaqaatiin raagan hintuffatina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaga hin tuffatinaa'a; maraa qora'aa mishaa qabadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raaga hin tuffatinaa'a, maraa qora'aa, mishaa qabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa dubbii raagaa dubbatee hin tuffatinaa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
jecha raagaa hin tuffatina'a;