1 Thessalonians 5:21 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ammoo waan maraa qorqora'aa ilaala'a; waan dansaa qabadha'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa laalad'a: waan dansa olkeyad'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan cufa laalladhaa: waan dansaa olkeyyadha,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraa qormaataa, qoradhaa, ka mishaa ta'e qabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammoo waan maraa qorqora'aa ilaala'a; waan dansaa qabadha'a;