1 Thessalonians 5:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan nageyaatuu, guutumatti isin woyyoonsu; ayyaanni keessan, lubbuun teessanii fi nafi keessan duudiin komii malee, guyyaa dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif eegamu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi nagaya nuu kennu, ka is isaa isani tolfatiinna, lubbufi onneefi nafa keesani wollaala ira d'owiina, gaafa Aabbo Yeso Kristoni d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii nagaya nuu kennu, karaa cufaan ka ufii isani tolfatiinna, lubbuu, onnee fi nafa keessan gaafa Aabboo Yesus Kiristoon dhufuu asi wallaala irra dhowwinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi nagayaa qaama keessan hundaa haa woyyoomsu; ayyaanni keessan lubbuunii fi foon keessanillee hennaa Gooftaan keenna Yesuus Kiristoos dhufu mudaa malee haa eeggamanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waandhi nagayaa qaama keessan hooma'aa haa woyyoomsu; ayyaanni keessan lubbuunii fi foon keessanillee hennaa Gooftaan keenna Yesuus Kiristoos dhufu mudaa malee haa eeggamanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataan isaatuu Waaqinni nagayaa waan maraanuu isin haa qulqullaawomssu, hafuurri keessan, lubbuun teessanii fi qaaminni keessan marrinuu, guyyaa Gooftaan keenna Yesus Kristos itti dhufuuf, ashaa malee eeggamee haa jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan nageyaatuu, guutumatti isin woyyoonsu; ayyaanni keessan, lubbuun teessanii fi nafi keessan duudiin komii malee, guyyaa dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif eegamu.