1 Thessalonians 5:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka isin waame addatamaa waan te'eef, inninuu tana hin godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isani yaamu jiru waan suni dandae intolcha, inni ka d'ugefatani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ka dhugeeffatan waan isan yaameef sun danda'ee intolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isin waame amanama'a; inni akkasuma kana hin taasisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka isin waame amanama'a; innillee akkasuma kana hin taasisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isin waamu sun amanamaa waan ta'eef kana ni raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka isin waame addatamaa waan te'eef, inninuu tana hin godha.