1 Thessalonians 5:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergaa tana akka dhugeeffattoota duudi'iif dubbittanu maqaa Gootta'aatiin magane'e isiniin jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isani kad'ad'a, jabeenna Aabbootiini, aka isani tatabe tana oboleyaani ch'ufaa soomtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka isan ergaa waraqataa tana obboleeyyan cufaa dubbiftan ani jabeenna Aabbootiin isan kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergaan kun obboleeyyan woyyoota maraafuu akka dubbifamu Goofta'aan isin woga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eergaan kun obboleeyyan woyyoota maraafuu akka dubbifamu Goofta'aan isin woga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaan kun amanittoota maraafuu akka dubbiffamu, maqaa Goofta'aatiin yaboo isiniin ni jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaa tana akka dhugeeffattoota duudi'iif dubbittanu maqaa Gootta'aatiin maganne'e isiniin jedha.