1 Thessalonians 5:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Isin ammoo dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattu'uu isinitti hin dhufu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo oboleyaani, isani dukana keesa injirtani, guyyaani suni tassa isaniti ind'ufiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo obboleeyyan, isan dukkana keessa hinjirtanii, guyyaan sun akka hattuu tasa isanitti hindhufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo obboleeyyan tiyya, guyyaan akka hattu'uu akka isin irra hin geenne, isin dukkana keessa hin jirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo obboleeyyan tiyya, guyyaan akka hattu'uu akka isinirra hin geenne, isin dukkana keessa hin jirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu yaa obboleeyyan, dukkana keessa hin jirttan, kanaaf guyyaan akka hattu'uu titti isinitti hin dhufu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isin ammoo dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattu'uu isinitti hin dhufu.