1 Thessalonians 5:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, dammandhee ifi qabatiisaan hagatti leenuuti malee, akka worra dhibi'ii mee rannuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nu aka biyya d'ibi rafu himmalle; hojja ch'ufa kurfo teenne eegu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nu akka jara dhibii rafuu hinmalle; yo cufa kurfoo teennee eeguu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa haa dammandhuu; hagatti haa jiraannuu malee akka kaawwanii hin rafnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa haa damandhuu; hagati haa jiraannuu malee, akka kaawwanii hin rafnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf nu'u haa dammaqinnuu, mataa keenna toowachu'uun hagatti haa jiraannu malee, akka kaanniinii muguu hin qabnnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, dammandhee ifi qabatiisaan hagatti leenuutii malee, akka worra dhibi'ii me rannuu ti.