1 Thessalonians 5:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo worra guyya'aa waan teeneef, ifi qabannee hagatti leenuu ti; dhugeeffanna'aa fi jaalala akka qomoo sibiilaa, addii fayyinnaalle akka gullee sibiilaa keyannuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu ka guyyaati, kurfo tau malle. D'ugefachaafi jaalala aka ubaara qomati keyachu malle, d'aabu teenna ta baafamale aka ruufa marachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo nu warra guyyaati, kurfoo taa'uu malle. Dhugeeffachaa fi jaalala akka wantee sibiilaa ta qomaatti keyyaatanii keeyyachuu malle, abdii teenna ta baafamaalle akka koofiyaa sibiila keeyyachuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu ammo worra ifaa waan taaneef, amanti'ii fi jaalala akka gulloo sibiilaatitti uffannee hagatti haa jiraannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu ammo worra ifaa waan taaneef, amanta'aa fi jaalala akka guloo sibiilaatitti uffannee hagati haa jiraanuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu garuu namoota ifaa waan taaneef mataa keenna toowachu'uun hagatti haa jiraannuu, amanti'ii fi jaalala akka uffata woraanaa titti haa uffannuu, abddii fayyinnaa'llee akka qoobii sibiilaa titti, haa godhannu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo worra guyya'aa waan teeneef, ifi qabannee hagatti leenuu ti; dhugeeffanna'aa fi jaalala akka qomoo sibiilaa, addii fayyinnaalle akka gullee sibiilaa keyannuu ti.