1 Timothy 1:10 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
sagaagaltootaaf, dhiira wol bukkoonsituuf, worra nama butee gurguruuf, worra nama sobuuf, worra dharaan kakatuu fi worra waan barsiisa sirrii te'een masaanuu te'u mara godhuuf tumame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sharmut'afi midiisafi, nama nama d'ibi hatufi ka d'ara dubbate kiyyibu, yokhaani ka barsiisa d'uga lakise waan d'ibi tolchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
shaarmuxaa fi middiisaafaa, nama nama hatee guuratufaa, ka dhara dubbatee kiyyibu faa fi ka barsiisa dhugaa lakkisee waan dhibii tolchu kanaaf baasan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
sagaagalttootaa fi worra wol qunnamittii saalaa dhiira woliin raawwatan, nama ukkaamisanii fudhachu'uun daldalttoota gurguran fi sobddootaaf, sobaan worra kakatanii fi barnnoota dhuga'aa waan ta'e maraafuu waan masaanuu ka raawwataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sagaagaltootaaf, dhiira wol bukkoonsituuf, worra nama butee gurguruuf, worra nama sobuuf, worra dharaan kakatuu fi worra waan barsiisa sirrii te'een masaanuu te'u mara godhuuf tumame.