1 Timothy 1:11 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiis sirrii te'e ammoo Wongeela ulfaataa Waaqa galateeffama'aa, ka ani lallabuuf inni anatti kenne keessatti dhaggama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barsiisaani Odu Dansa ta harka kiyyati kennani tana, Odu Dansa ta Waaqa gudda abba eeba iraa d'uftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barsiisaan oduu dansaa ta Waaqaa Abbaa guddaa eebbaa irraa dhufte, ta harka kiyyaatti kennan tana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiifnni dhuga'aa garuu ka argamu waayee ka galateeffamee waayee Waaqaa ka dubbatu wongeela kabajamaa irraayyi, wongeelli kun'llee anaaf yabo'oon ka kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisi sirrii te'e ammoo Wongeela ulfaataa Waaqa galateeffama'aa, ka ani lallabuuf inni natti kenne keessatti dhaggama.