1 Timothy 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Goottaa keenna Yesuus Kiristoos, ka addatamaa godhee na laakkowee tajaajila ifiitiif muudee na jabeesse hin galateeffadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Kristo Aabbo keenna galata deebisa, ka jabeenna anini huji isaatiini hojad'u naa kenne. Anini waan inni na herege, aka anini huji isaa hojad'u na fohateefi, galata deebisaafi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin kiristoo Aabboo keenna ka jabeenna anin hujii isaatiin hojjadhu naa kennee, herregee na foo'atee, adoo durii tuffadhee biraa deemellee amma galata deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajila ufiitiif na muudee amanamaa godhee waan na laakkayeef, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hunna naa kenne hin galatoonfadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tajaajila ufiitiif na mudee amanamaa godhee waan na laakkayeef, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hunna naa kenne hin galateeffadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ana tajaajilaaf muudu'uun amanamaa taasisee ka ana laakkayee fi ka naa kenne, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin ni galateeffadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Goottaa keenna Yesuus Kiristoos, ka addatamaa godhee na laakkowee tajaajila ifiitiif muudee na jabeesse hin galateeffadha.