1 Timothy 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani tanaan qara isa faanshessaa, miidhaa irratti geessisaa nama hunnaan isatti ka'u te'ulle, dhugeeffaannaa dhabaa fi wollaalchaan tana waan godheef marartii dhaggadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato anini duri isa tufad'e gaargalche arabsele. Ammo Waaqi na nahe, maro anini d'ugefacha d'abe ato inhubatiini wollaaleefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo anin durii dhugeeffachaa dhabee isa tufadhe, adoo hin hubatinuu wallaalee gaargalche arabseellee Waaqii ya naa nahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani duraan ka nama ari'u, ka abaaruu fi rakkisaa yoo ta'ellee inni kana naa godhe. Haa ta'uu ammo uduu hin beekin waan uduu hin beenne godheef araara argadhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani duraan ka ari'u ka abaaruuf rakkisaa yoo ta'ellee inni kana naa godhe. Haata'uu ammoo uduu hin beekin waan uduu hin benne godheef araara argadhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoma asiin durana'llee Kristosiin ka arrabssee fi ka isa ari'e, ka isa salphiseen'llee yoo ta'e, inni dhiifama naaf ni taasise, inni'llee dhiifama kana ka naaf taasise, ani kana mara ka raawwadhe beekkomissa dhabuu kiyyaa fi amanuu dhabuu kiyyaan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tanaan qara isa faanshessaa, miidhaa irratti geessisaa nama hunnaan isatti ka'u te'ulle, dhugeeffannaa dhabaa fi wollaalchaan tana waan godheef marartii dhaggadheera.