1 Timothy 1:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma mootii bara baraa, ka hin duunee fi ka ilatti hin mudhanne, Waaqa tokkochuma saniif, baruma baraaan guddinnii fi ulfinni isaaf te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Hayyu haga hegeri tau, ka indoonefi ka imullanne, Waaqa tokocha, guddinnaafi ulfinni ha isaa tahu, ammafi hegerile! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa tokkocha, Hayyuu barabaraa ka hin doonee, ka hin mullanne, ammaa fi hegerillee guddinnaa fi ulfinnii isaa ha ta'uu Ee'e jenne!.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ufumatti Waaqa ta'e, ka hin bannee fi hin mudhanne, mootii bara baraatiif galanninii fi ulfinni baraa haga baraa haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka ufumatti Waaqa ta'e, ka hin bannee fi hin mudhanne, mootii bara baraatiif galanninii fi ulfinni baraa haga baraa haata'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana nugusa bara baraa ka hin duune, ka hin mulidhanne, Waaqa tokkochaaf ulfinnaa fi galanni baraa haga baraa titti haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma mootii bara baraa, ka hin duunee fi ka ilatti hin mudhanne, Waaqa tokkochuma saniif, baruma baraan guddinnii fi ulfinni isaaf te'u! Ameen.