1 Timothy 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffanna'aa fi wodanaa dansaa qabaadhu. Worri gariin wodanaa ifii tuffatiisaan, akkuma hoboloon guddittiin danbali'iin baddu dhugeeffannaa ifii balleessaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'ugefachaafi herega dansa horattu. Nami gari herega ufi dansa suni gula yau dide, d'ugefacha ufi balleese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii herrega dansaa gula yaa'uu dideetti, dhugeeffachaa ufii balleessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amanti'ii fi sammuu mishaa qabaadhu. Namoonni gari gariin qalbii ufii gatanii akka markabni ka oofu malee baduu, waan amanti'iitiin waan badaniiraniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amanta'aa fi sammuu mishaa qabaadhu. Namoonni gari gariin qalbii ufii gatanii akka markabni ka oofu malee baduu, waan amanta'aatiin waan badaniiraniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
amanti'ii fi sammuu mishaa qabaadhu. Namoonni tokko tokko sammuu isaanii gatuu isaaniitiin akkuma dooniin danbalii bishaaniitiin badu, amantii isaanii balleessanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffanna'aa fi wodanaa dansaa qabaadhu. Worri gariin wodanaa ifii tuffatiisaan, akkuma hoboloon guddittiin danbali'iin baddu dhugeeffannaa ifii balleessaneeran.