1 Timothy 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ximootewoosii dhugeffanna'aan ilma dhuga'aa kiyya ite'e: Badhaadhi, mararti'ii fi nageenni Waaqa Abba'aatii fi Goottaa keenna Kiristoosii siif te'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara Timotheo, ilma kiyya ka d'uga d'ugefacha keesa: Waaqa Abbaafi Kristo Yesoni, Aabbooni keenna, eebafi naasufi nagaya si kenninna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergaa tana gara ximootewoosii dhuguma dhugeeffachaan ilma kiyya ta'ee barreessa. Waaqaa Abbaatii fi kiristoo Yesus Abbaan keennaa eebbaa, naasuu fi nagaa sii kenninna!.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma kiyya jaalatamaa Ximootewoosiif badhaani, araarrinii fi nageenni Rabbii Abbaa irraa fi Gooftaa keenna Yesuusiin irraa sii haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka amanta'aan dhuga'aan ilma kiyya ta'e Ximootiwosiif: Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaani, dhiifamsaa fi nagaya sii haa kennu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanti'iin ilma kiyya ka dhuga'aa ka ta'e Ximotewosiif, Abbaa keenna Waaqa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa'llee, kennaan isaa ka bilisaa, dhiifamnni, nageenni'llee siif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ximootewoosii dhugeeffanna'aan ilma dhuga'aa kiyya ite'e: Badhaadhi, mararti'ii fi nageenni Waaqa Abba'aatii fi Goottaa keenna Kiristoosii siif te'u.