1 Timothy 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Himnewoosii fi Iskindir fa'alle, jara san keessa jiran; ani akka isaan Waaqa faansheessuu dhiisuu baratanu adaba hunna Seexanaatitti dabarsee isaan kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Himenayofi Iskandani jara kana keesa jirani anini ya harka Sheet'anati worra kenne, aka worri iti deebie Waaqa inarabsine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Himnewosii fi Iskindiriillee ka warra kana keessa jiran aka warrii itti deebi'ee Waaqaa hin arrabsinee anin ya harka sheexanaatti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaallee akka Rabbiin hin arrabsine akka baratan, seexanatti dabarsee ka isaan kenne, Hemenewoosii fi Iskindiroos fa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaallee akka Rabbiin hin arabsine akka barattan, seexanatti dabarsee ka isaan kenne, Hemenewoosii fi Iskindiroos fa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessa'llee Hemeneewosii fi Iskindir ni argaman, inni'llee Waaqa irratti jecha arrabaa dubbachuu irraa ufi qusachuu akka baratan, sheexanaaf dabarssee isaan kennee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Himnewoosii fi Iskindir fa'alle, jara san keessa jiran; ani akka isaan Waaqa faanshessuu dhiisuu baratanu adaba hunna Seexanaatitti dabarsee isaan kenneera.